Back to NewsAcademics

National examination results of 2018EC

August 22, 2026 Super Admin
National examination results of 2018EC

#Qabxii_Olaanaa_Qormaata_Biyyaalessaa_Kutaa_12ffaa Bara Kanaa Ifoome!

Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera.

Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota dhiiraa keessaa qabxiin olaanaan 600 keessaa 591.6 kan galmaa'e yoo ta'u, barataan qabxii ajaa'ibsiisaa kana fides barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa magaalaa Adaamaati.

Gama barattoota dubaraatiin , damee Saayinsii Uumamaa kanaan qabxiin olaanaan 600 keessaa 583 kan galmaa'e yoo ta'u, barattuun qabxii kana galmeessistes barattuu Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midir ta'uun ifoomeera.

⭐Baratootni kanneen darban

Natural 16.58%
Social 8.3%
Oromiyaa -
Finfinne - 32.4%
Amhara — 15%
Gumuz — 6.1%
Southern — 9.2%
Dire Dawa — 11.92%
Harari — 22.76%
Gumuz — 10.53%
Sidama — 6.95%
Somali — 9%
South Ethiopia — 4.2%
Tigray — 11.2%

Natural Science

✅Male: 591 / 600
✅Female: 583 / 600

Social Science
✅Male: 576.25 / 600
✅Female: 569 / 600

Bara kana waliigalaan barattoota qormaata fudhatan keessaa kanneen qormaata darbuu danda’an 70,544 dha.

Kanneen darban keessaa, 16.5% Saayinsii Uumamaa (Natural Science), 8.33% immoo Saayinsii Hawaasaa (Social Science) keessatti argamu.

✅Bu'aan qormaata  Biyyaalessaa kutaa 12ffaa akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ni ilaaluu dandeessu.

➡️ Karaa Website

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et

🔹 Karaa Ergaa Gabaabaa
6284 📩

🔹 Karaa Telegram Bot
@EAESbot 🤖

Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa akkuma gadhiifameen ilaaluuf link armaan olii tuquun ilaalladhaa.